SBS Afaan Oromoo Podcast Por SBS arte de portada

SBS Afaan Oromoo

SBS Afaan Oromoo

De: SBS
Escúchala gratis

Acerca de esta escucha

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.Copyright 2025, Special Broadcasting Services Política y Gobierno
Episodios
  • Irreechi aadaa keenya nu waliin biyya bahe jabaatnee dhaloota barsiisuu qabna - Ob.Gammachuu Badhaadhaa
    May 21 2025
    Irreechi Afraasaa kan bara kanaa Dilbata Dabree kabajamee oole. Haawaasni Oromoo Melbourne bakka heddumminaan argamanitti, Ayyaanni Irreechaa Daandenong bakka tarkaanfii kuma tokko jedhutti kabajame. guyyaa kana ijoolleen, dubartootnii fi abbootiin uccuu aadaan faayamanii kan argaman ture. Ayyaanni Irreechaa kun eebbaan jalqabe, ganna biqiqltuu lafa buusan, abdiin itti eeggatan tahuus abbootiin haasawa godhan dubbataniiru.
    Más Menos
    7 m
  • What to expect when taking your child to the emergency department - Yeroo daa’imman waliin gara mana yaalaa kutaa wal'aansa hatattamaa deemtan tartiibi jiru maal
    May 21 2025
    Visiting the emergency department with a sick or injured child can overwhelm parents due to long wait times and stress. Understanding what to expect can help. This episode explores when to go to children's hospital emergency departments in Australia and what to expect upon arrival. - Daa’ima dhibame fudahtanii gara mana yaalaa kutaa balaa hatattamaa(emergency) deemuun hedduu namatti ulfaachuu danda’a. Yeroo dheeraa eeguun, yeroo kam deemuu akka qabdu wal’aaluu, daa’imni kee dhibamtee aruu yaaddoo inni sitti naqu, kun hundi warraaf ulfaataa dha. Qophii kana keessatti achi yeroo geessu maaltu akka tahu ykn tariba jiru maal akka tahe ibsina.
    Más Menos
    13 m
  • Irreechi keenya waliin haa kabajannu- obbo Daanyee Dafarshaa
    May 14 2025
    Irreechi Ayyaana waggaa keessatti si'a lama Ummata Oromoo fi saboota jaallattootaa fi mararfattoota Ayyaana Irreechaan kabajama. Irreechi Afraasaa kan bara kanaa Dilbata dhufu kana kabajama jedha, obbo Daanyee Dafarshaa.
    Más Menos
    8 m
adbl_web_global_use_to_activate_T1_webcro805_stickypopup
Todavía no hay opiniones