SBS irraa Afaan Englishii baradhaa Podcast Por SBS arte de portada

SBS irraa Afaan Englishii baradhaa

SBS irraa Afaan Englishii baradhaa

De: SBS
Escúchala gratis

Acerca de esta escucha

Afaan Englishii fi aadaa Australia barachuun basha’aa. Afaan Englishii barachuun mijataa, gammachiisaa fi qabatamaa akka tahu kaayyoo keenya. Afaanicha barachuu qofa utuu hin taane jaalala illee irraa horadhaa!Copyright 2025, Special Broadcasting Services Aprendizaje de Idiomas
Episodios
  • #50 Let's go fishing! (Med) - Qurxummii qabuu
    Nov 22 2023
    Learn how to talk about fishing. Plus, find out a bit of history on why Australians love fishing. - Waa'ee qurxummii qabuu akkamitti akka dubbatan baradhu. Dabalataan, lammiileen Awustiraaliyaa maaliif qurxummii qabuu akka jaallatan seenaa xiqqoo barbaadi Ilaali
    Más Menos
    16 m
  • #48 How to talk about your body pain (Med) - Dhukkubbii qama kee akkamitti akka himattu
    Nov 1 2023
    Learn how to describe your body pain. Plus, hear some tips from a physiotherapist if you feel pain. - Akkka itti dhukkubbii qaamaa ibsatan baradhaa. akkasumas yoo dhukkubbiin isinitti dhaga'ama tahe gorsa tokko tokko ogeessa fayyaa qaamaa irraa dhagahaa. Afaan Inglishiis achumaan barattuu.
    Más Menos
    16 m
  • #49 How to say you don’t understand (Med) - #49 Akka hin hubatin akkamitti akka ibsattu (giddu- galeessa)
    Nov 1 2023
    Learn how to say you don’t understand. Plus hear a comedian’s funny story about misunderstanding an Australian idiom. - Learn how to say you don’t understand. Plus hear a comedian’s funny story about misunderstanding an Australian idiom. Afaan Inglishii nama waliin gaafa dubbattan, naaf hin galle, hin hubatne jechuuf akkamiin of ibsuu akka dandeessan baradhaa. Akkasumas loqoda Austraaliyaanotaa tokko tokko namootni bebbeekamoon tokko tokko irraa qoosaan dhaggeeffadhaa itti bashannanaa, irraa baradhaas.
    Más Menos
    16 m
adbl_web_global_use_to_activate_T1_webcro805_stickypopup
Todavía no hay opiniones